Channel
Afaan Oromo News 🅿 Contact : @admiinii_bot Buy ads: https://telega.io/c/AfaanON
Updated: 2026-09-11
Humnootni #Huutii Yaman Buufata Doonii Yaman #Mookaa to’achuun gara ulaa darba #Galaana_Diimaa #Babel_Mandebitti imalaa jiraachuun gabaafame Finfinnee, Fulbaana 10, 2026: Kan Iraan…
Biiroon Tajaajila Lammummaafi Kooluugalummaa #Yuunaayited_Isteetis (USCIS) #Finfinnee tti waajjira banate, tajaajilas aanse Finfinnee, Fulbaana 10, 2026: Ministira Dhimma Keessoo Y…
Biiroon Abbaa Alangaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa sirreeffamtoota seeraa nannichaa 2,735 ta'aniif mootummaan Naannoo Oromiyaa dhiifama kan taasiseef ta'uu ibse. Biirochi ibsa Fulbaa…
#Boorana Aanaa #Guchiitti ummanni #bishaan_dhugaatii namaafi horii dhabuun rakkachaa jiraachu jiraattonni himatan Finfinnee, Fulbaana 09, 2026: Kibba Oromiyaa, Godina Booranaa Aana…
#Sudaanitti haleellaa diroonii mana murtii cinaatti raawwatameen namoonni 13 ajjeefamuun gabaafame Finfinnee, Fulbaana 09. 2026: Haleellaa xiyyaara nama maleessaa (diroonii) garee …
Doktoroonni #Keeniyaa hojiin itti baayyachuun kan #mormii hojii dhaabuurra jiran #Narsoota biyyattiitti makamuuf akeekkachiisan Finfinnee, Fulbaana 09, 2026: Doktoroonni Keeniyaa K…
#HRW, #Jarman shora #Gamtaan_Eemireetota_Arabaa waraana #Sudaan keessatti qabdu Bin Zaaye wayita #Barlin daawwatanitti akka dura dhaabbattu yaadachiise Finfinnee, Fulbaana 08, 2026…
Dhaabbanni Boba'aa Biyyoolessaa #Abu_Daabii warshaa boba’aa qulqulleessu kan #Afriikaa isa guddicharraa aksiyoona bitachuu yaade jedhame Finfinnee, Fulbaana 08, 2026: Dhaabbanni Bo…
A head-to-head of how 888casino and BetMGM Casino advertise on Telegram — regulated-market brand trust versus US casino with brand loyalty, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 888casino and BetOnline advertise on Telegram — regulated-market brand trust versus offshore crypto-funded play, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 888casino and FortuneJack advertise on Telegram — regulated-market brand trust versus crypto-first, provably-fair play, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 888casino and JackpotCity advertise on Telegram — regulated-market brand trust versus regulated slots-forward play, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.