Channel
Updated: 2026-07-28
Addunyaa kanarraa namni miidhaman nama of keessatti hafeedha. Bahi muldhadhu! Ykn baasii muldhisi. Irra caalaan dhala namaa kan miidhamee tarree namootaatti ba'uuf waan keessoo isa…
Jechoota Beektotaa 10 Kan Daandii Milkaa'inaa Irra Nama Buusan: ▬▬▬▬▬▬▬▬ ➊. Injifachuuf keessa jiraachuu qabda. - Tony Robbins ➋. "Milkaa'inni quuqama tokko malee kufaatii irraa ga…
Amma Murteessi, Jireenya Kee Jijjiiradhu! 1. Amma qofa of harkaa qabdu fayyadami Addunyaa kana irratti qabeenyi ilmi namaa wal qixa miti; yeroo callaan waan qabdu hin fayyadamne, c…
Amala Gaggeessummaa Dhugaa @JechootaGamnaa • Hojjetee itti agarsiisee, hojjechiisa. Jechaan osoo hin taane, Gochaan agarsiisa. • Karaa kana deemaa jedhee taa'a osoo hin taane, imal…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.
Rakkoo Hunda Altokkotti Hin Furin: Dandeettii Keetiin Tartiibaan Milkaa’i 1. Rakkoo hubachuun jalqaba furmaataa ti Rakkoo kamiyyuu furuuf dura, maal akka ta’e sirriitti hubachuun m…
"Kana akka kufaatiitti hin fudhadhu, akka barnootaatti malee. Karaalee hin hojjenne kuma kudhanin irraa baradhe.”Toomaas Eedisan "Abdii kutannaan karaa kufaatiitti geessu Isa amans…
EID MUBARAK : WARRA BARANAA KAN BARA HEGEREE ••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••• Obboleeyyan kiyya kan Islaamaa kan Xiqqaa fii Guddaa Kan Dhiiraa fii Dhalaa K…
Namni kamiyyuu jireenya isaa keessatti ergama mataa isaa ni qaba. uumaan tokko tokko keenyatti dirqama adda addaa kenneera. dirqama siif kenname namni biraan hojjechuu hin danda'u.…
Jechoota psychology ykn Xinsammuu fayyadan irraa argachuu dandeessaa. ☞︎︎︎Jechoota Hayyoota ☞︎︎︎Gorsa BEEKTOTAA fi Gorsa JIREENYA